Prime Minister Dr. Abiy Ahmed visited East Hararge to inspect the watershed development projects. This visit, led by Prime Minister Dr. Abiy Ahmed, signifies the importance of these initiatives in the region. It’s great to see leaders actively engaging with and supporting local development efforts.If you have more details about the projects or the visit, feel free to share!
#Harargeen dachee fakkeenya jabummaa fi jaalalaati. Mootii nageenya addunyaa,burqaa yaadama ida,amuu,agarsiisa badhaadhina biyyaaleessa,Muummee Ministeera FDRE kabajamoo Dr.Abiyyi Ahmad, Goota misooma ,jaalatamoo fi kabajamoo prezidaantii keenya Ob.Shimallis Abdisaa fi hoggantoonni olaanoo federaalaa fi naannoo argamanitti lafa gammojjii Hararge Bahaa keessatti misooma qamadii boonaa fi hojji misooma i suluulaa ilaalamera.. Jabaannee hojjannee bu'aa kana Fakkaatu arguu yoo dandeenye Itoophiyaan rakkoo bira darbitee addunyaa gargaaruu dandeessi. Jedhan MMI. Kab Dr. Abiy Ahmed Ali, Xumura irrattiis Hojii Bareedaa Jalqabame jiru kana akka itti fufnu imaanaa olaanaan nuuf kennameera. Kanaafuu Ummanni Keenya Bayyee Gaariidha Jabaadhaa hojii hojjaatamefi Galatoomaa ulfaadhaa!!!!