Header Ads Widget

Responsive Advertisement

Midhaa Boorsaan (Waaleetii )Nama irraatti Fidhu

 

Boorsaan Qarshii (Wallet) Dhukkubbii Narvii Fiduu Danda'aa?

● WAALEETII (boorsaa xiqqoo yeroo hedduu dhiironni kofoo kara dudduubaa keessa godhatan, kan qarshii, waraqaa eenyuummaa, ATM fi kkf keessa kaa'atan): dhibee dhukkubbii narvii miilla gama saniin nama dhukkubu akka 'sciatica' fi kanneen biroo namatti fiduu danda'a! 

● Kunis, keessumaa boorsaan kun kan furdatee waan baay'een keessa tuulame yoo ta'e, yoo irra taa'an narvii gama saniin jiru miidhuu irraan kan kanka'eedha!

● Akkasumas akka fakkiirraa argitan sanatti yoo irra taa'an lafee dugdaa jallisuudhaan, yeroo dheeraa keessa, dhukkubbii dugdaa illee fiduu mala.

# Fayyaan Faaya

Post a Comment

0 Comments