Header Ads Widget

Responsive Advertisement

Gamaaggamni Raawwii Hojii Fayyaa Bara 2016 fi Kallattii Karoora Bara 2017 Magaalaa Hararitti Gaggeeffamaa ture goolabameera.

 Gamaaggamni Raawwii Hojii Fayyaa Bara 2016 fi Kallattii Karoora Bara 2017 Magaalaa Hararitti  Gaggeeffamaa ture goolabameera.

__________



Godina Harargee bahaatti Waajjirri Fayyaa Godina Harargee Bahaa Gamaaggama Raawwii  Hojii Bara 2016 fi Kallattii Karoora Bara 2017  guyyaa2 f gaggeeffamaa ture kallattiin hojii waliigaa fuula duraa Itti Gaafatamaa Waajjira Fayyaa Godina Harargee bahaa Obbo Mummaddiin Kabirhussen fi Itti Aanaa Waajjirichaa Obbo Abdulaziz Abduramaniin erga kennamuun goolabameera

 


Waltajjii Gamaaggamaa Kanaan Gabaasni Raawwii Hojii kurmaana4ffaa/waggaa bara 2017 kan Godinaa,Aanaalee fi Bulchinsa Magaalota godinichaa dhiyaachuun hanqinaa fi ciminni hojii qoratamee erga adda bahee mariin irratti kan gaggeeffamuun akkasumaas Karoora bara 2017 seektara Fayyaa dhiyaachuun irratti erga mar'atame kallattiin hojii waliigalaaItti Gaafatamaa Waajjira Fayyaa Godina Harargee bahaa Obbo Mummaddiin Kabirhussen fi Itti Aanaa Waajjirichaa Obbo Abdulaziz Abduramaniin erga kennamuun goolabameera.

Dhuma irratti Waliigaltee Karoora bara 2017 Raawwiif Hoggansa waajjira Fayyaa Godinaa fi Aanaalee fi Bulchinsa magaaloota giddutti  mallattaa'eera.

Post a Comment

0 Comments