Header Ads Widget

Responsive Advertisement

Daandiin keenya Ida’amuu, Galmi keenya Badhaadhina!!!

Daandiin keenya Ida’amuu, Galmi keenya Badhaadhina!!! 


**************

Daandiin keenya Ida’amuudha, galmi keenya Badhaadhina jennee gaafa kaanu, tokkummaa fi tumsa biyyaalessaa keessatti jijjiirama qabatamaa akka fiduu danda'u amantaa guutuun qabatameeti.

Biyyi nuti qabnu takko. Biyya biroo dabalataa hin qabnu. Hundi keenyayyuu Itoophiyaanota. Biyyi keenya Itoophiyaan lammiilee ishee hundaaf qabeenyaa gahaa qabdi. Heddumminni keenya miidhagina keenya malee ba’aa ta’uu hin danda’u.

Nuti Itoophiyaanonni badhaadhina waliigalaa mirkaneessuu kan dandeenyu, wal-dhaggeeffachuu fi wal-tumsuurratti karaa hundaa’en sabdaneessummaa yoo dhugoomsuu dandeenyu qofaadha. Badhaadhina biyya keenyaa dhugoomsuun kan danda’amu yoo ida’amnee fi tokko isa biraatif utubaa yoo ta’uu 

Post a Comment

0 Comments